Xurree ittiin seenan

Breaking News

Koomishinni Mirga Namoomaa Tokkummaa Mootummootaa fi Koomishiniin Mirga Namoomaa Itiyoophiyaa Ba'ii Qorannoo Isaanii Waloorratti Ibsa Kennan


Koomishinni Mirga Namoomaa Tokkummaa Mootummootaa fi Koomishiniin Mirga Namoomaa Itiyoophiyaa Ba'ii Qorannoo Isaanii Waloorratti Ibsa Kennan
please wait

No media source currently available

0:00 0:05:28 0:00

Itiyoophiyaa, Tigiraay keessatti walitti-bu’insoota deemsisaman keessatti gareelee hirmaatan hundaan dhiittaalee mirga namoomaa fi cabinsa seerawwan namoomaa fi baqattootaa sadarkaa addunyaa raaw’ataman jedhamuun himannaalee dhihaatan irratti kanneen gamtaan qorannaa geggeessaa turan Koomishinarri Ol’aanaan Mirga Namoomaa Tokkummaa Mootummootaa fi Koomishinni Mirga Namoomaa Itiyoophiyaa gabaasaa baasan ilaalchisee har’a Jenevaa fi Finfinneetti ibsa kennanii jiran.

Jenevaatti kan ibsa kennan Koomishinarattii Ol’aantuu Mirga Namoomaa Tokkummaa Mootummoota Addunyaa Misheel Baashileet yoo tahan, Finfinneetti immoo, Koomishinara Koomishina Mirga Namoomaa Itiyoophiyaa, Dr. Dani'el Beqqelee ti. Kan Finfinnee irraa ibsicha hordofe Mitikku Feqaaduu gabaasaa qaba.

XS
SM
MD
LG