Xurree ittiin seenan

Breaking News

Dhalattoonni Tigraaay Kamisa Kaleessaa Washington Keessatti Hiriira Geggeessan


Dhalattoonni Tigraaay Kamisa Kaleessaa Washington Keessatti Hiriira Geggeessan
please wait

No media source currently available

0:00 0:02:39 0:00

Waggaa tokkoffaa walitti bu’iinsa waraanaa lubbuu galaafate kan humnootii mootummaa waliin naannoo Tigraay kaabaatti geggeessame mormuuf jecha hiriirri mormii dhalattoota Tigraay kanneen as Washington fi naannoo ishee jiraataniin qindaa’e kamisa kaleeessaa geggeessamee jira.

HIriirtonni kun naannoo biilsa mana maree bakka bu’ootaatii hanga waajjira USID san booda waajjira ministrii dhimma alaa fuulleetti hiriira geggeessanii jiran Dhaadannoo dhageessisaa, mallattoolee mootummaan Itiyophiyaa uummata Tigraay irratti fixiinsa sanyii raawwatee beelessaa jira kan jedhu qabatanii turan.

Yaadawwan Ilaali (6)

This forum has been closed.
XS
SM
MD
LG