Xurree ittiin seenan

Breaking News

Naayjeriyaa Keessatti Namoonni Butaman Baraarsamanii Jiru


Proofeeser Abdul Rasheed, Yunversitii Abuja, Naayjeeriyaa, Sadaasa 2, 2021

Hojjatonni tikaa kan Naayjeriyaa namoota 6 kanneen torban kana hidhattonni Yunivarsitii Abuujaa keessa butanii turan baraarsanii jiran.

Mooraa barnoota sadarkaa olaanaa Abujaa keessaatti butiinsii akkasii gaggeefamuun baratamaa miti jechuun polisiin Jimaata har’a dubbatee jira.

Hojjattoota Yunivarsitii 4 fi ijoollee isaanii 2 Yunivarsitii Abujaa keessaa Kibxata darbee kan buutan yoo ta’u, kunis magaalatti keessatti ulaa sakata’an kan waraanaa lakkoobsaan akka dabaluu fi polisiin hojii dhaabee sakata’uu akka gaggeessu taasisee jira

Yaadawwan Ilaali (2)

This forum has been closed.
XS
SM
MD
LG