Xurree ittiin seenan

Breaking News

Huccuun Aadaa Oromoo Yeroo Ammaa Heddumminaan Baratamaa Jira, Jedhu Kanneen Suuqiilee Daldalaa Uffataa Qaban


Huccuun Aadaa Oromoo Yeroo Ammaa Heddumminaan Baratamaa Jira, Jedhu Kanneen Suuqiilee Daldalaa Uffataa Qaban
please wait

No media source currently available

0:00 0:06:26 0:00

Uffanni Aadaa Oromoo dhiyeenya kana hedduuminaan baramaati jira. Ogeeyyiin hojii kana keessatti bobba’anii jiran haala keessa darbe yoo yaadatan, duraan uffannaa aadaa kana magaala guddoo biyyattii keessatti uffachuunis tahe gurguruun rakkisaa ture, amma garuu hedduuminaan baramaa jira, jedhu.

Ta’us uffatni kun qorannaan kan qophaawu waan hin taaneef yeroo itti duudhaa fi safuu uummatichaa irraa fagaatu ni jira, mootummaan dhimma kana hordofuu qaba jechaan dubbatu. Biiroon Aadaa fi Tuurizimii Oromiyaa immoo giddu galli qorannoo fi gabaa uffata aadaa walitti fidu dhiyeenyatti eebbifamee hojii eegala jedhaa.

XS
SM
MD
LG