Xurree ittiin seenan

Breaking News

Jeefrii Feeltmaan Gara Itiyoophiyaatti Imalaa Jiru


Jeefrii Feeltmaan Gara Itiyoophiyaatti Imalaa Jiu
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:11 0:00

Jeefrii Feeltmaan Gara Itiyoophiyaatti Imalaa Jiu

Kutaa gaanfa Afrikaatti jila addaa kan Yunaaytid Isteetes Jeffery Feltman Kamiisa har’a gara Itiyoophiyaati kan imalan ta’u ministriin Dantaa Alaa Yunaaytid Isteets beeksisee jira.

Kunis Riphxee looltonni Adda Bilisummaa Uummata Tigraay (TPLF) gara Finfinneetti qajeelaa akka jiran eega ibsanii fi mootummaan Itiyoophiyaa labsii yeroo hatattamaa eega labsee booda.

XS
SM
MD
LG