WAASHINGITAN, DIISII —
Ogeessa addaa kan waa'ee onnee (cardiologist) kan ta'an Dr Ayyalaa Baqqalaa waaltaa wal'ansa fayyaa Seent Ritaa jedhamu kan Limaa Ohaayoo jiru irraa haasoofsiifnee jirra caqasaa.