Xurree ittiin seenan

Breaking News

Haarii Riid Du’an Boqotan 


Seneter Harry Reid
Seneter Harry Reid

Seeneeta Yunaaytid Isteets keessaa hogganaa sagalee yayyabaa kan turan fi kutaa Neevaadaa bakka bu’uun miseensa Kongreesaa kan yeroo dheeraa ka turan Haarii Riid Harry Reid, umrii isaanii 82tti Nevaadaa keessatti du’an boqotanii jiru.

Haatii warraa Haariid Riid Laandraan akka jedhanti, abbaan warraa isaanii waggoota 4n darbaniif kaansari Rajiijiin dhukkubsataa turanii, Kibxta kaeessaa nagumaan boqotan jedhan.

Duraan dorgomaa tapha Bunyaa kan turanii fi booda irra ogeessa seeraa kan ta’an Haarii Riid, kongreesa keessatti koongreesa keessatti namoota walii galtee irra akka ga’amuu carraaqan keessaa tokko ta’uun bal’inaan beekamu.

Waggoota 34 caalaaf tajaajiluun isaaniis isaanii fi bara 2016 soorata ba’uun isaanii ibsamee jira.

Prezidaant Joo Baaydiin waahiila isaanii kongreesa keessaa kan bara dheeraa kun erga du’uun isaanii ibsamee booda ibsa baasaniin, Haariin kana hojjachuu nan dand’aa jennaan, dhugumaan hojjata jedhan.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG