Xurree ittiin seenan

Breaking News

Hoong Koong Keessatti Midiyaan Deemokraasii Deggeru Robii Har’a Cufamee jira


Hong Kong
Hong Kong

Kunis waajiira isaa polisoonni weeraranii, qabeenyaa isaa akka hin sossonee ugguuruun hojjattoota gameessa eega hidhanii booda, maxxansaalee uummata kakaasan ykn finciilsiisan facaasuun seera cabsan jechuun tarkaanfii dhiyeenya kana magaalatti keessatti fudhatamaa jiru dha.

Midiyaan stand Niiwuus bara 2014 akka jaarmayaa bu’aaf hin hojjanneetti kan bu’urfamee yoo ta’u, beekamaa fi maxxansaalee Demokraasii deggeru baasu tokkitti hafee ture.

Tarkaanfiin fudhatamu kun biyya dur kolooneeffannaa Briteen turtee bara 1997 chaayinaatti dabalamtee kana keessattti walbummaa preesii jiru irratti yaaddoo uumee jira.

Hoong Koong yeroo Chaayinaatti dabalamtee sana, mirgii namoota bifa adda addaa hedduumiina qabuun akka eegamuu waadaan seenamee akka ture gareeleen midiyaaf falman ibsanii jiru.

Staan Niiwuus maxxansaalee baasuu dhaabuu isaa Fees Buuk irratti kan beeksisee yoo ta’u, hojjattonni isaa hundi hojiin ala ta’an.

Hogganaan polisii nageenya biyyooleessaa steve Li oduu

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG