Xurree ittiin seenan

Breaking News

Sirnii Awwaalcha Tasfaayee Gabra Aab Har’a Gaggeeffame


Barreessaa Kitaabootaa beekamaa Tesfaayee Gabra Aab sirnii awwaalcha isaatii har’a waaree irratti magaala Asmaraa keessatti kan gaggeeffamee yoo ta’u maatii fi firoonnii akkasumas hiriyyonni isaa fi namoota isa dinqiisiifatan lafa argamanti, bakka Haz Haz jedhamuutti awwaalamee.

Bara 1961 Bishooftuu keessatti kan dhalatee Tesfaayeen, baruumsa isaas achuumatti itti fufuu isaa seenaa isaa irraa baruun danda’amee jira.Yeroo dargageess ture kitaabonni isaa barreessee ture lama uummata waliin wal baruuf kan isa gargaaran yoo ta’u, Jireenya isaa keessatti kitaaboota 14 caalaa barreessee kan maxxansisee jira.

Tasfaayee G/Aab / dhukkubsatee Keniyaa keessatti wal’ansa fayyaa argataa ituu jiru umrii isaa 53tti du’an boqote.

Yaadawwan Ilaali (2)

XS
SM
MD
LG