Xurree ittiin seenan

Breaking News

Mariin presidaant Baayiden fi Muummicha ministeeraa Abiy bu’a qabeessa akka ture ibsame


Dubbi himaa ministeeraa dhimma alaa Itiyoophiyaa, Ambaasader Diinaa Mufti (Suuraa faayilii)
Dubbi himaa ministeeraa dhimma alaa Itiyoophiyaa, Ambaasader Diinaa Mufti (Suuraa faayilii)

Prezidaantin Yunaayitid Isteets fi Muummeen ministeeraa Itiyoophiaa mariin isaan Bilbilaan taasisan bu’a qabeessa akka ta’ee dubbi himaan ministeeraa dhimma alaa Itiyoophiyaa Ambaasader Diinaa Mufti ibsaa gaazexessootaaf Keennaniin ibsaniiru .

Akka ambaasader Diinan jedhaatti, Muumeen ministeeraa Abiy Ahimad akkaataa hundee wal waraansaa kaabaa itiyoophiyaatti, ojii jaarmiyaawwan waraanan mancaa’ani deebisaanii ijaaruu irratti akka Prezidaant Baayideeniif ibsa kennaniiru jechuu isaanii gabaasin Malaskaachoo Ammaaha ibseera.

Ministirii dhimaa alaa Yunaayitid keessatti diploomaatii gameessaa kana ta’an akka ibsanitti, mariin hoggantoonii biyya lammanii taasisan gaarii ture.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:44 0:00
More
XS
SM
MD
LG