Xurree ittiin seenan

Breaking News

Dameen Albuuda Itiyoophiyaa Hanqina Humna Namaa Hammayyaawee fi Teknooloojii Furachuu Qaba, Jedha Ministiriin Albuudaa


Dameen Albuuda Itiyoophiyaa Hanqina Humna Namaa Hammayyaawee fi Teknooloojii Furachuu Qaba, Jedha Ministiriin Albuudaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:06:23 0:00

Misooma albuudaa irratti ka mul’atu hanqina qabeenya humna namaa hammayyoomee fi hanqina teeknooloojii furuuf waaltaaleen barnootaa sadarkaa ol’aanaa ministeera albuudaa waliin ta’anii hojjechuun filannoo isa duraa ti jechuun ministarri albuudaa, Injiiner Takkelee Uumaa dubbatanii jiran.

Qabeenyaa uumamaa misoomsuu fi itti gargaaramuutiif ogeessa leenjii argatee fi damaqetu barbachisa kan jedhan immoo ministara barnootaa profeeser Birhaanuu Neggaa ti.

Yaadawwan Ilaali (1)

This forum has been closed.
XS
SM
MD
LG