Xurree ittiin seenan

Breaking News

Itti Aantuu Barreesituun Tokkummaa Mootummootaa Itiyoophiyaa Daawwatan


Itti Aantuu Barreesituun Tokkummaa Mootummootaa Aminaa Mohaamed fi Muummee Ministiraa Itoophiyaa Abiyyi Ahimad, Finfinnee, Guraandhala 5, 2022
Itti Aantuu Barreesituun Tokkummaa Mootummootaa Aminaa Mohaamed fi Muummee Ministiraa Itoophiyaa Abiyyi Ahimad, Finfinnee, Guraandhala 5, 2022

Itti aantuun barreessaa muummee mootummootaa gamtoomanii Aminaa Mohaamed daawanaa Itiyoophiaa keessa bakkeewwan adda addaa akka daawwatan i Dubbi himaan dhaabbata mootummoota gamtoomanii Farah Haqi haalaa sochii dhaabbatichaa ilaalchisee ibsa kennaniin keessatti dubbataniiru.

Akka dubbi himichii jedhanitti daawwanaa isaanii kan naannoo bulchiinsaa Amaaraatti jalqaban Amina Mohaamed Maqalee keessatti kan argamuu Hospitaalaa Ayidar keessaa miidhamtootaa jiran ilaalaniiru.

Akkasumas naannoon Afaari fi Somaalii karooraa daawanaa isaanii keessa akka jiru dubbi himaa Farah Haqi himuu isaanii ibsii dhaabata mootummoota gamtoomanii irraa bahe beeksisuun isaa gabaasameera.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG