Xurree ittiin seenan

Breaking News

Dhukkuuba Qaama Keessa Jiraachuun Isaa Ituu Hin Beekamiin Waggootaaf Turu


 Dr. Taaddasaa Kitilaa Hospitaala Braas irraa, Finfinnee
Dr. Taaddasaa Kitilaa Hospitaala Braas irraa, Finfinnee

Afrikaa kessatti Dubartoota hedduu miidhuun kan beekamu kaansariin fixee gadameessaa (Cervical Cancer) hanga waggaa digdamaatti illee waan hin mul'anneef jecha dubartonni ykn shamarran qabamuu isaanii of irratti hin beekan. Kanaaf jecha dhukkubichaan qabamuu isaanii kan baran erga inni sadarkaa jabaa irra ga'e booda.Dhukkuuba kana ilaalchisee Dr. Taaddasaa Kitilaa Hospitaala Braas isa Finfinnee jiru irraa haasoofsiifnee jirra. Caqasaa.

Dhukkuuba Qaama Keessa Jiraachuun Isaa Ituu Hin Beekamiin Waggootaaf Turu
please wait

No media source currently available

0:00 0:07:34 0:00

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:59 0:00
More
XS
SM
MD
LG