Xurree ittiin seenan

Breaking News

Barattoota Qabxii Olaanaa Galmeessan Keessaa


Barattuu Siifan Fiixaa fi Barataa Kooket Tasfaayee (suuraa adda addaa walbira kaahame)
Barattuu Siifan Fiixaa fi Barataa Kooket Tasfaayee (suuraa adda addaa walbira kaahame)

Sababa dhiibbaa covid 19 barattootni kutaa 12ffaa qormaata guutuu biyyaa bara 2013tti osoo fudhachuu qabanii bara kana ji'oota muraasaan dura fudhatan,isaan keessaa muraasni qabxii olaanaa galmeessisaniiru.

Barattoota qabxii gaarii galmeessisan keessaa barattuu Siifan Fiixaa mana barumsaa addaa kan bultii Odaa jedhamu irraa qabxii 600 keessaa qabxii 542 kan fidde.

Barataa Kooket Tasfaayee ammoo 600 keessaa qabxii 548 fiduun barattoota qabxii olaanaa galmeessisan keessaa tokkodha.

Barattoota kanneen Tsahaay Daamxoo dubbisteetti.

Barattoota Qabxii Olaanaa Galmeesisan
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:50 0:00

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG