Xurree ittiin seenan

Breaking News

Jiraattonni Amboo Gatiin Mi’oota Nyaataa Gar-malee Dabaluun Egeree Isaanii Yaaddoorra Buusuu Dubbatan


Jiraattonni Amboo Gatiin Mi’oota Nyaataa Gar-malee Dabaluun Egeree Isaanii Yaaddoorra Buusuu Dubbatan
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:43 0:00

Jiraattonni Amboo Gatiin Mi’oota Nyaataa Gar-malee Dabaluun Egeree Isaanii Yaaddoorra Buusuu Dubbatan

Jiraattotni magaalaa Amboo qaala’iinsa jireenyaan rakkachuusaanii dubbatu. Keessumaa gatiin mi’oota nyaataaf oolanii gar-malee dabaluu dubbachuun, mootummaan akka gatii tasgabbeessuuf hojjatullee gaafataniiru.

Dhimma kanarratti, gabaasaan VOA, Yunivarsitii Ambootti barsiisaa dinagdee qonnaa kan dubbise yoo tahus biirolee Daldalaa fi ka Misooma Gabaa Oromiyaarraa deebii argachuuf yaaliin godhe akka hin mikaa’iin dubbata.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:59 0:00
More
XS
SM
MD
LG