Xurree ittiin seenan

Breaking News

Dhukaasa Aanaa Fantaalleetti Raawwateen Miseenosnni Humnoota Nageenyaa 26 Ajjeefaman


Aanaa Fantaalee, Oromiyaa
Aanaa Fantaalee, Oromiyaa

Kibxata darbe godina shawaa bahaa aanaa fantaalleetti dhukaasa humnoota nageenyaa naannoo Ormiyaa naannoo sanirra socho’aa turanirratti banameen miseensonni qaama nageenyaa 26 ajjeefamuu fi 15 madaawuu godinichi beeksise.

Obbo Abbaabbuu Waaqoo bulchaan godina Shawaa bahaa, gareen finxaaleyyiin ollaa naannoo Amaaraa kan maqaan ‘Faannoo Milishaa’ daangaa Oromiyaatti as qaxxaamuranii balaa kana geessisuu VOA’tti himan. Waajjirri Koomunikeeshinii Aana fantaallee rakkoon daangaa naannoo kanatti yeroo darban mullataa ture kanaaf ka’umsa tahuu himanii, ammaan kana humnootni nageenyaa federaalaa nagaa tasgabbeessuuf seenuu dubbatan.

Ajjeechaa Qaama Nageenya Fantaallee Ilaalchisee Gabaasa Dhiyaate Caqasaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:07:01 0:00

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG