Xurree ittiin seenan

Breaking News

Furmaata Tokko Malee Jireenya Baqattummaa Keesstti Danqamnee Hafne: Baqattoota Sudaan


Furmaata Tokko Malee Jireenya Baqattummaa Keesstti Danqamnee Hafne: Baqattoota Sudaan
please wait

No media source currently available

0:00 0:06:02 0:00

Furmaata Tokko Malee Jireenya Baqattummaa Keesstti Danqamnee Hafne: Baqattoota Sudaan

Mooraa baqataa sudaan kan kutaa Gadaariif keessaa jiruu fi Uum gargur jedhamu keessa baqattonni waggoota dheeraaf jiraannee jedhan dhimmi keenya gonkumaa ilaalamaa hin jiru jechuun komee dhageesisaa jiru.

Mooraa baqataa kanaa fi booda irra moo magaala Kaartuum keessa waggoota 30 jiraachuu kan ibsan baqataan dubbiifne dhaabnii baqattootaa kan Tokkummaa Mootummootaa waggaa dheeraa dura kan nu galmeessee waraqaa nu kenne ta'uus waan nu gargaare hin qabu jedhan.

Kanneen mooraa baqataa Uum gargur kana keessa waggaa 20 ol jiraatanis akka jiran, hojii humnaa barbaaddatanii hojjachuun kan of jiraachiisan ta'u dubbatu.

Dhaabnii baqattootaa kan Tokkummaa Mootummootaa (UNHCR dameen sudaan deebii gama isaatii kenne jira. Gabaasa Guutuu Caqasaa.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG