Xurree ittiin seenan

Breaking News

Daandiin Guddaan Kamaashii fi Wallagga Lixaa Gidduu Adda Cite  


Hidhattoonni Ajajoota Mana Hidhaa Wallagga Lixaa Keessatti Qabatan Jedhu Matii fi Angawoonni Benishangul Gumuz

Naannoo Benishaangul Gumuz, magaalaa Kaamaashii fi godinaa Wallagga Lixaa jidduutti tajaajilli geejjibaa erga adda citee torban tokko darbuu jiraattota keessaa hagi tokko Sagalee Ameerikaatti himan.

Qindeessaan garee Komunikeeshinii Godina Kaamaashii obbo Jarmoosaa Taganyea, "Geejjibni kan dhaabbateef, butamuu ajajoota mana sirreessaa godinichaa booda, sodaa uumameeni" jedhu.

Yaadawwan Ilaali (4)

This forum has been closed.
XS
SM
MD
LG