Xurree ittiin seenan

Breaking News

Hidhattoonni Naannoo Amaaraa Naannoo Oromiyaa Seenuun Weerara Raaw’atan, Jedha KFOn. Paartiin ABIN garuu,Ni Morme


Profeeser Mararaa Guddinaa
Profeeser Mararaa Guddinaa

Hidhattoonni naannoo Amaaraa irraa ka’an naannoo Oromiyaa keessa seenuudhaan weerara lafaa raaw’aachaa jiru, jechuun Kongireesiin Feederaalistti Oromoo (KFO)n ibsa baasee jira. Paartiin siyaasaa ABIN ammoo. gama biraan Ibsi KFO kan ragaa irratti hundaa’e miti jedhee jira. Dura taa’an KFO, profeesar Mararaa Guddinaa fi Itti-aanaa durataa’aa ABIN Obbo Malkaamuu Shuumiyyee dhimma kana irratti Sagalee Amerikaatiif ibsa kennanii jiru. Gabaasaa guutuu caqasaa

Ibsa KFO fi deebii ABIN kenne caqasa
please wait

No media source currently available

0:00 0:07:06 0:00

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG