Xurree ittiin seenan

Breaking News

Waa’ee Eeggannoo Yeroo Ulfaa Ogeessi Fayya Maal Jedha?


Of eeggannoo ennaa ulfa jiranii fi harmoolii
Of eeggannoo ennaa ulfa jiranii fi harmoolii

Qophii Fayyaa har'aatiif waa'ee fayyaa Haadhaafi Daa'imaa keessumaa yeroo ulfaa ykn da'umsa duraa, yeroo da'umsaafi da'umsa boodaarratti Naakoor Malkaa Ogeessa Dubbiseera. Doktor Haayilee Gammachuu Ispeeshaalistii Ulfaafi Gadameessaa ykn "gynecologist and obstetrician" dha. Hospitaala Waliigalaa Amboo keessattii fi dhuunfaanis hojjatu.

Haati tokko yeroo ulfaa'uushee beektee eegalee hanga yeroon da'umsaashee gahutti, yoo xiqqaate, marsaa afuriif ogeessa bira dhaquun hordoffii taasisuu qabdi jedhu Doktor Haayileen. Yeroo Da'umsaa fi Da'umsa boodaatti hordoffii ofii fi daa'ima isaaniif taasisuu malanillee ibsanii jiran. Eeggannoo fi Kunuunsa Da'umsa dura taasisaman ibsuun eegalu.

Of eeggannoo ennaa ulfa jiranii fi harmoolii
please wait

No media source currently available

0:00 0:07:10 0:00

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG