Xurree ittiin seenan

Breaking News

Mootummaan Naannoo Oromiyaa Qala’insa Gatii Tasagabbeessuuf Akka Hojjetaa Jiru Dubbata  


Gabaa Markaatoo, Finfinnee, Sadaasa 30, 2021

Qala’insa jireenyaatiin walqabatee haala gabaa tasgabbeesuudhaaf jechaa mootummaan naannoo Oromiyaa magaalotaa naanichaa tokko tokko keessaatti tilmaama gatii ka’uu isaa beekisisee jira. Gabaa Ayyaanaa Faasikaa irratti magaalaa Walisootti foon Kiiloon tokko Birrii 320 hanga 400tti akka gurguramu murteessee ture.

Tsahay Daamxoo jiraattota, daldaltoota fi aanga’ootaa mootummaa dubbisuun gabaasaa qindeessite qabdi.

Mootummaan Naannoo Oromiyaa Qala’insa Gatii Tasagabbeessuuf Akka Hojjetaa Jiru Dubbata
please wait

No media source currently available

0:00 0:05:05 0:00

Yaadawwan Ilaali (4)

This forum has been closed.
XS
SM
MD
LG