Xurree ittiin seenan

Breaking News

Abunaa Gindabarat keessatti maaltu ta'e?


Abunaa Gindabarat keessatti maaltu ta'e?
please wait

No media source currently available

0:00 0:06:48 0:00

Abunaa Gindabarat keessatti maaltu ta'e?

Godiina Shawaa Lixaa aanaa Abunaa Gindabarat ganda Doggommaa Kibbii jedhamtu keessatti, akka lakkoobsa Itiyoophiyaatti Kamiisa Ebla 13 bara 2014 galgala naannaa sa'atii tokko irratti samii irraa haleellaan gaggeeffamuu jiraattonni ibsanii jiru.

Mootummaan garuu, guyyaa sanatti haleellaan samii irraa gaggeeffame hin jiru jedhee jira.Dubbii himaan WBO gama isaaniin, haleellaan Dirooniin gaggeeffamu ragaa qabna jedhu. Gabaasa guutuu Jaallannee tu dhiyeessa.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG