Xurree ittiin seenan

Breaking News

Ayyaanna ID Al Faxir, Finfinnee


Ayyaanna ID Al Faxir, Finfinnee
please wait

No media source currently available

0:00 0:05:50 0:00

Ayyaanna ID Al Faxir, Finfinnee

Har’a magaalaa Fininneetti Ayyaana ID Al Faxir irratti sirni salaataa geggeessamaa ture sabaabaa jeeqama uumameetiin addaan citee jira. Sababaan jeeqama sanaa kan poolisiin otuu hin se’iin na harkaa dhuka’e jedhe, aara gaazii imimmaansisuu tahuu Manni-maree Ol’aanaan Dhimma Islaamummaa magaalaa Finfinnee beeksisee jira. Dhimma kana irratti ka VOAf ibsa kennan Prezidaantiin Mana-maree sanaa, Sulzaan Hajii Amaan, yeroo rakkoon sun uumametti ragaan dhaga’ame kan booda adda baafame wajjiin kan walitti hidhata hin qabne tahuu himanii, dhimmichi amantii kiristaanaas tahe mootummaa waliin hidhata hin qabu, jedhanii jiran. Poolisiin Finfinnee fuula Feesbuukii isaa irratti ibsa baaseen immoo, kanneen jeeqama sana uumamn namoota xiqqoo tahuu fi sababaa kanaan miidhaan qabeenyaa irra gahuu beeksisee jira.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG