Xurree ittiin seenan

Breaking News

Ogeeyyiin Faayyin Artii Iddoo Agarsiisaa Dhabuun Akka Ogummicha Harkatti Quucarse Dubbatu  


Ogeeyyiin Faayyin Artii Iddoo Agarsiisaa Dhabuun Akka Ogummicha Harkatti Quucarse Dubbatu  
please wait

No media source currently available

0:00 0:06:06 0:00

Ogeeyyiin Faayyin Artii Iddoo Agarsiisaa Dhabuun Akka Ogummicha Harkatti Quucarse Dubbatu  

Waldaan Faayyin Artii Oromiyaa magaalaa Finfinnee keessatti bakka agarsiisa Fakkii ykn Art gallery dhabuun guddina fi gumaacha silaa gama Artiin kennamuu male quucarseera jechuun ibsa.

Miseensonni waldichaa sagalee raadiyoo Ameerikaaf yaada kennan tokko tokko namoonni damee Artii kana keessa jiran kaka'umsa dhunfaatin aadaa fi seenaa ummata Oromoo fakkiin Addunyaatti akka beeksisee jiran dubbatu.

Fakkii fi bobbocii bu'uura hawata turizimii ti, madda galiitis ka jedhan artististoonni kun xiyyeeffannoo akka argachuu qabu gaafatan. Tsahaay Daamxoo tu gabaase.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG