Xurree ittiin seenan

Breaking News

Aangawoonni Gargaarsa Miidhamtoota Hongeef Ramadame Miliqsuu Yaalan 54 To’ataman Jedha Mootummaan Oromiyaa  


Aangawoonni Gargaarsa Miidhamtoota Hongeef Ramadame Miliqsuu Yaalan 54 To’ataman Jedha Mootummaan Oromiyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:22 0:00

Aangawoonni Gargaarsa Miidhamtoota Hongeef Ramadame Miliqsuu Yaalan 54 To’ataman Jedha Mootummaan Oromiyaa

Koomishinni Buusa Gonofaa Oromiyaa waggoottan darban hongee naannichatti mudate hordofee hongee dhufeef gargaarsa dhiyaate warri miliqsuuf yaalan to’annaa jala oolfamanii qoratamaa jiru, jechuun beeksise.

Obbo Garramuu Oliiqaa, Itti Aanan Buusa Gonofaa Oromiyaa haga yoonaa angawootni shakkaman 54 to’annoo jala oolfamanii himanni irratti banamuu VOA’f ibsanii jiru.

Yaadawwan Ilaali (1)

This forum has been closed.
XS
SM
MD
LG