Sababaa weerara dhukkuuba KOOVIID 19 kan ka’e dhukkuboonni silaa talaaliin ittisuun danda’amuu Afrikaa keessatti baballataa jiru jechuun jaarmayaan Fayyaa addunyaa(WHO)n akeekkachisee jira.
Gama kaaniin ministeerrii Fayyaa kan Itiyoophiyaa talaalii ramaddii hin kennamiin hafan waliin ga'uuf carraaqqiin akka jiru ibsee jira.
Gabaasa Guutuu caqasaa.
Yaadawwan Ilaali
Already have an account? Log in
Not a registered user? Sign up
Yaada dabalataa fe'adhu