Xurree ittiin seenan

Breaking News

Shawaa Kaabaa, Warra Jaarsoo Keessatti Ijooleen Isaanii Humnoota Mootummaan Jalaa Ajjeesamuu Dubbatu Maatiilee Keessaa  


Shawaa Kaabaa, aanaa Warra Jaarsoo

Naannoo Oromiyaa Godina Shawaa Kaabaa Aanaa Warra Jaarsoo keessatti, Kibxata dheengaddaa ijoolleen isaanii humnoota naga-eegumsaa Mootummaatiin ajjeesamuu, maatii keessaa hagi tokko dubbatan. Humnootni naga-eegumsaa bakka "Shaneen jiru beektu, shanee wajjin hidhata qabdu" jedhanii ijoollee isaanii ajjeesuullee dubbatani maatii keessaa.

Hanga yoonaa reeffi ijoollee isaanii kaasamee akka hin awwaalamne itti dabaluun ibsanii jiru. Dhimma kanarratti, Bulchaa Aanaarraa kaasee hamma Federaalaatti anga'oota jiran irraa deebii argachuuf yaaliin taasisne ammaaf hin milkoofne. Tsahaay Daamxoo tu Finfinnee irraa gabaase.

Shawaa Kaabaa, Warra Jaarsoo Keessatti Ijooleen Isaanii Humnoota Mootummaan Jalaa Ajjeesamuu Dubbatu Maatiilee Keessaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:05:29 0:00

Yaadawwan Ilaali (3)

This forum has been closed.
XS
SM
MD
LG