Xurree ittiin seenan

Breaking News

Malkaa Irreechaa Kan Hora Harsadiif Akka Ragaan Qabiyyee Kennamu Gaafannee Deebii Hin arganne Jedhu Abbootiin Gadaa


Malkaa Irreechaa Kan Hora Harsadiif Akka Ragaan Qabiyyee Kennamu Gaafannee Deebii Hin arganne Jedhu Abbootiin Gadaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:05:23 0:00

Malkaa Irreechaa Kan Hora Harsadiif Akka Ragaan Qabiyyee Kennamu Gaafannee Deebii Hin arganne Jedhu Abbootiin Gadaa

Kan waggaa waggaatti ayyaanni Irreechaaaa itti kabajamu Malkaa Hora Harsadiif haga ammaatti ragaan qabiyyee yokaan abbummaa qabeenyaa kan hin kennaniinf tahuu Abbootiin Gadaa dubbatanii jiran. Abbaa Gadaa Abbebee Hayiluu Goobanaa Abbaa Muudaa Gadaa Tuulamaati. Gadaan isaanii Hora Arsadiitti daangaan akka taasiifamu, qulqullinni isaatis akka eegamuuf gafataa fi hojjechaa akka jiru himanii deebii garuu hin arganne jedhu. Waajjirri Aadaa fi Tuurizimii Magaalaa Bishooftuu Hora kanaaf eegumsi akka taasifamaa jiru himee, qabiyyee lafaa isaa kabachiisuuf garuu qorannoon akka geggeessamaa jiru himan.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG