Xurree ittiin seenan

Breaking News

Gaazexessaan Ze Ikoonomiist Ehamnii Hojii Harkaa Fudhamee Jira  


Magaala Finfinnee (suuraa faayilii)
Magaala Finfinnee (suuraa faayilii)

Barruu the Ikkonomist jedhamuuf gabaasaa kan ture Tom Gaardnar irraa abbaan aangoo Midiyaa Itiyoophiyaa ehama hojii harkaa fudhuun ibsamee jira.

Waajirri abba angoo kun akka jedhutti, Gazexxessaan kun naamuusa ooguuma isaa kan hin eegnee akkasumas seeraa fi qajeelfama biyyatti hin hordoofne jedhee jira.Mariin irra deddebi’ee isa waliin gaggeeffamee akkasumas akeekkachiisa jechaa fi barreeffanaa itti kennamuus dogoggoora isaa sirreessuuf fedhii hin qabaanne kan jedhu xalayaan barreeffame garu Ze Ikkonomist oduu gabaasaa achii jiraatu qabaachuu danda’aa jedhee jira.

The Ikkonomist, Gaazexxessaa loogii hin taasiifne fi walaba ta’e iddoo Gaardnarti yoo ramadee hedduu simatamaa dha jedha xalayaan barreeffame.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG