Hoogganaa sadrkaa olaanaa ABO Koloneel Gammachuu Ayyaanaa hidhaa dhaa yoo hiikaman mormii kan hin qabne tahuu Ministeera Haqaatti Abbaan alangaa fedeeraalaa ibsee jira, jechuudhaan Abukaatoon hidhamichaa obbo Tulii Baayyisaa ibsanii jiru.
Waggaa har'a manni murtii fedeeraalaa Koloneel Gammachuun walaba ta'anii akka hiikaman kan murteesse ta'uus manni hidhaa Qiliinxoo kallattiin qabee, haga ammaa mana-hidhaa keessatti argamu.