Xurree ittiin seenan

Breaking News

Koloneel Gammachuu Ayyaanaa Hidhaa Ba’anii Jiru:Abukaatoo


Koloneel Gammachuu Ayyaanaa
Koloneel Gammachuu Ayyaanaa

Hoggansi olaanaan ABO koloneeL Gammachuu Ayyaanaa har'a mana hidhatti bahaniiru jechuun abukaatoon isaanii ibsaniiru.

Koloneel Gammachuun kaleessa Mana Murtii Waliigalaa Federaalaa, Dhaddacha Ijibbaataatti dhiyaatanii dhimmi isaanii erga ilaalameen booda, haal duree tokko malee akka hiikamaniif manni murtii ajaja dabarsee ture kan jedhaan abukaatoon isaanii obbo Tuulii Baay'isaa Poolisiin kaleessa ajaja mana murtii raawwachuu diduun Koloneel Gammachuu mana hidhaa keesa bulchan jedhanii, har’a garu hiikamuun maatii isaaniitti dabalamuu isaanii Tsehaay Daamxoo Fin finnee irraa gabaastee jirti..

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG