Xurree ittiin seenan

Breaking News

Benishaangul Gumuz, Aanaalee Dibaaxii fi Bulan Keessatti Jiraattonni Oromoo Biqqisamuu, Hidhamuu fi Ajjeesamuu Dubbatu, Jiraattota Keessaa


Benishaangul Gumuz, Aanaalee Dibaaxii fi Bulan Keessatti Jiraattonni Oromoo Biqqisamuu, Hidhamuu fi Ajjeesamuu Dubbatu, Jiraattota Keessaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:07:41 0:00

Benishaangul Gumuz, Aanaalee Dibaaxii fi Bulan Keessatti Jiraattonni Oromoo Biqqisamuu, Hidhamuu fi Ajjeesamuu Dubbatu, Jiraattota Keessaa

Naannoo Benishngul Gumuz, aanaa Dibaaxii fi aanaa ollaa sanaa – Bulan keessa kanneen jiraatan lammiwwan dhalataan Oromoo tahan, baatii Eblaa gara booda irraa jalqabee humnoota mootummaatiin manaa fi qehee ofii irraa buqqisamanii, bakkawwan adda addaatti walitti qabamuun eegama jiran, jedhu – jiraattota aanichaa keessaa kanneen VOAn dubbise. Kanneen hidhamanii fi ajjeesaman jiraachuullee dubbatu. Aangawaan aanichaa tokko immoo, yeroof walitti-qabamuun jiraattotaa, humnoota hidhattootaa nageenya booressan sakatta’uufi, jedhu.

Yaadawwan Ilaali (1)

This forum has been closed.
XS
SM
MD
LG