Kutaa Minnesootaa keessa kan jiraatan obbbo Gammadaa Urgeessaa dhaabbata ofii isaanii dhaabuu dhaan hojii garaa garaa irratti bobba’uu isaanii dubbatu.
Tajaajila ambulaansii fi atoobisii mana barnootaa kan qaban ta’uu kan nuuf ibsan obbo gammadhaan jalqaba jireenya isaanii Ameerikaa keessaa kan jalqaban taaksii oofuu dhaan akka ta’e dubbataniiru.
Yeroo ammaa buna biyya irraa illee fiduu dhaan akoofisanii hawaasa kutaa MN keessa jiruuf dhiyeessaa kan jiran yoo ta’u, gara biyyaattis deebi’uu dhaan dawaa raabsuu akkasumas hojii biroo illee hojjetaa jiraachuu nuuf ibsanii namni cimee yoo hojjeta abjuu isaa fiixaan baasuu danda’a jedhan.
Yaadawwan Ilaali
Already have an account? Log in
Not a registered user? Sign up
Yaada dabalataa fe'adhu