Xurree ittiin seenan

Breaking News

Magaalaa Sooyyamaatti Namoonni Gujii Lixaa fi Bakkawwan Biroorraa Gabaa Deeman 9 Ajjeefaman, Jedhame  


FAAYILII - Magaala Shakkisoo, Gujii

Sanbata darbe godina addaa Burjii Magaalaa Sooyyamaa jedhamtutti namoota Gujii Lixaa fi kaanirraa gabaaf garasitti imalanirratti haleellaa banameen namootni sagal du’uu fi digdamaa ol madaawuu angawootni VOA’tti himanii jiran.

Obbo Morkataa Taroo itti gaafatamaan Waajjira dhimma nageenyaa Godina Gujii Lixaa namootni ajjeefaman saglanuu dhiirota ta’uu himanii, kanneen miidhaan qaamaa irra gahe keessa garuu dubartoonnis jiraachuu eeran. Obbo Mehaarii Alemaayyehu, bulchaan aanaa Addaa Burjii, taatee kanaan wal qabatee haga yoonaa namootni 10 to’annoo jala oolfamuu himan.

Magaalaa Sooyyamaatti Namoonni Gujii Lixaa fi Bakkawwan Biroorraa Gabaa Deeman 9 Ajjeefaman, Jedhame
please wait

No media source currently available

0:00 0:06:27 0:00

XS
SM
MD
LG