Xurree ittiin seenan

Breaking News

Yuub Guddaa Aagaa Xaanxanoo Dhukkkubarraa Bayyanatanii Hojii Gorsaatti Jiran  


Abbaa Gadaa Aaga Xaanxanoo
Abbaa Gadaa Aaga Xaanxanoo

Aaga Xaanxanoo, Abbaa Gadaa Gujii duraanii fi fuula Gadaa Oromoodhaan yeroo dheeraaf beekamani. Bara Alangee isaaniitti keessumaa nageenya saboota gidduutti buusuu akkasumas sirna Gadaa beeksisuu keessatti gahee guddaa taphachuun beekaman, Yuuba Aagaa Xaanxanoo dhiyeenya rakkoon fayyaa isaan mudate irraa amma akka dandamataa jiran dubbatu.

Itti Aanaan Pirezdentiin Yuuniversitii Bulee Horaa, Dooktor Gumii Boruu, Aagaa Xaanxanoo Yuniversitii Bulee Horaa keessatti ammalle Barnoota Gadaaf gorsa laataa akka jiran himan.

Yuub Guddaa Aagaa Xaanxanoo Dhukkkubarraa Bayyanatanii Hojii Gorsaatti Jiran
please wait

No media source currently available

0:00 0:06:30 0:00

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG