Xurree ittiin seenan

Breaking News

Gaazzexeessonni ONN fi Himatamtoonni Biroon Mana-murtiitti Dhihaatan  


Gaazexxeessota Oromiyaa Niwuus Neetwoork(ONN) Dassuu Duulaa fi Biqilaa Amanuu CPJ irraa argame

Ji’oottan torban darbaniif gaazexeessitoonni Oromiyaa Niwus Neetwork harra mana murtiif dhiyaatanii jiran. Obbo Guddannee Fiqaaduu Abukaatoon himatamtootaanibsa Sagalee Ameerikaaf kennaniin dhaddacha duraatiin abbootiin seeraa mana-murtii, himannaan abbaan alangaa jalqaba dhiyeesse bu’ura seeraa waan hin qabneef fooyyessee haa dhiheessu jechuun har’atti beellama qabaniyyuu, harras abbaan alangaa himata waan hin fooyyessin dhiyaateef beellama ka biraan waxabajjii 16, bara 2014’ f qabamee jira, jedhan.

Gaazzexeessonni ONN fi Himatamtoonni Biroon Mana-murtiitti Dhihaatan
please wait

No media source currently available

0:00 0:02:29 0:00

Yaadawwan Ilaali (3)

XS
SM
MD
LG