Xurree ittiin seenan

Breaking News

Gambeellaatti Namoonni Nagaan Hedduun Humnoota Mootummaa Ajjeesamuu, Kanneen Argine Jedhan Dubbatan   


Magaala Gaambeellaa (Suuraa faayilii)

Naannoo Gaambellaatti humnootni naga-eegumsaa naannichaa torban darbe keessa, “namoota meeshaa waraanaa hin hidhatiin hedduu ajjeesuu ijaan argine,” namoonni jedhan Sagalee Ameerikaatti himanii jiran.

Gambeellaatti Namoonni Nagaan Hedduun Humnoota Mootummaa Ajjeesamuu, Kanneen Argine Jedhan Dubbatan 
please wait

No media source currently available

0:00 0:06:31 0:00

Miseensotni Humni Addaa fi Poolisiin Idilee Gaambellaa, “ABO Shaneedha” jechuun dhalattoota Oromoo fi saboota biroollee ajjeesan” jedha, jiraattota sana keessaa tokko.

Mootummaan naannichaa, humnoota mootummaa fi riphxe loltoota jidduutti, dhukaasa Waxabajjii 7 bara 2014 taasisameen dhalattootni meeshaa waraanaa hin hidhatiin kanneen saboota garaa garaa irraa tahan 17 ajjeesamuu beeksisee, yeroo ammaa nagaan naannichatti deebi’ee hojiin idilee eegalameera, jedha.

Yaadawwan Ilaali (3)

XS
SM
MD
LG