Shamarree Haawwinee Geetaachoo Itichaa Finfinnee keessatti dhalattee umrii ishee waggaa saddeetitti maatii ishee waliin as gara Yunaaytid Isteets dhufte.Barnoota isheen hanga kutaa kudha lamaa qabxii olaanaan xumurtee gara Yunivarsitii Michiigaan isa Ann Arbar jiru seenuun waggaa afur keessatti Digrii lamaan dhiyeenya kana eebbifamte.
Hawwinee fi Maatiin maal jedhu? Haa caqafnu