Xurree ittiin seenan

Breaking News

ABO fi KFOn Akka Mootummaan WBO Dabalee  Gareelee Hunda Haasawa Araaraatti Hirmaachisu Gaafatan  


Asxaa ABO fi KFO
Asxaa ABO fi KFO

Addi Bilisummaa Oromoo fi Koongiresiin Federaalawa Oromoo, Itiyoophiyaa keessatti nagaa fi tasgabii waarinsa qabu fiduudhaaf, mootummaan haasawa araaraa gareelee hunda hirmachise geggeessuu qaba, jechuun gaafatanii jiran. Yaada paartiileen lameen dhiheessaniif ka deebii kennan, aangawaan waajira tajaajila komiyunikeeshinii mootummaa Itiyoophiyaa garuu, “mariin TPLF yokaan Adda Bilisummaa Uummata Tigraay waliin geggeessamu gahaa dha.

Hidhattoonni kaan ergamtoota isaa ti,” jedhan. Gama biraan, ka dhimma kana irratti gaafataman – dubbi-himaan garee riphxee-loltootaa “Waraana Bilisummaa Oromoo” jedhee of waamuu fi mootummaan “Shanee” jedhee waamuu deebii kennaniin, “WBOn, dhaabbata mataa isaa danda’ee socho’u dha.

Haal-dureeleen guutamnaan marii nagaatiifis balballi isaa banaa dha,” jedhanii jiru.

ABO fi KFOn Akka Mootummaan WBO Dabalee  Gareelee Hunda Haasawa Araaraatti Hirmaachisu Gaafatan 
please wait

No media source currently available

0:00 0:06:55 0:00

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG