Xurree ittiin seenan

Breaking News

Koreen Qorattootaa Mirga Namoomaa Tokkummaa Mootummaotaa Finfinnee Deemuuf Mootummaarraa Faara Tolaa Argadhe Jedha


un human rights logo

Walwaraanssa kaaba Itiyoophiyaa keessatti taasifamma tureen wal qabatee sarbiinsa mirga namoomaa irratti raawwate akka qoratu koreen dhaabbata mootummoota gamtoomanitti komishiinii mirga namoomaa dhaabee Itiyoophiya akka seenuu danda’u Mootummaa irraa haala fedhii argachuu isaa hoggantuun korichaa Kaarii Beetii Muruungii ibsuu isaanii maddii oduu Ajaans Fraans Prees/AFP ibsee jira.

Gareen qorattootaa namootan Afur of keessa qabu kun, ji’a caamsaa darbe ministeeraa haqqa Itiyoophiyaa wajin marayachuu isaa kan ibsee gabaasin kun mootumaan Itiyoophiyaa akka finfinee seenu haalaa garii agarsiisuu isaa ibseeraa.

XS
SM
MD
LG