Xurree ittiin seenan

Breaking News

Faawundeeshiniin Haacaaluu Hundeessaa Artistoota Hojiiwwan Muuziqaa Filatamoo Hojjetan Badhaase  


Faawundeeshiniin Haacaaluu Hundeessaa Artistoota Hojiiwwan Muuziqaa Filatamoo Hojjetan Badhaase
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:34 0:00

Faawundeeshiniin Haacaaluu Hundeessaa Artistoota Hojiiwwan Muuziqaa Filatamoo Hojjetan Badhaase

Faawundeeshiniin Haacaaluu Hundeessaa artistoota hojiiwwan muuziqaa garaagaraatiin dorgomsiisaa ture keessaa kanneen mo’ataniif kaleessa badhaasa kennee jira. Sirna kaleessa magaalaa Finfinnee, galma Hoteela Ililliitti geggeessame kana irratti weellistoota angafa ta’anii fi namoota qabsoo Oromoo keessatti qooda gumaachanifis badhaasa kennee jira – Faawundeeshinichi.

Waggaa lammaffaa wareegamuu Artist Haacaaluu Hundeessaa irratti kan geggeessame – sirna badhaasa muuziiqaa kana irratti, yaadannoon artitichaas geggeessamee jira. Tsahaay Daamxoo sirnicha irratti argamuun qabaasaa qindeessite caqasaa.

XS
SM
MD
LG