Xurree ittiin seenan

Breaking News

Ajjeechaa Dhiheenya Toleetti Raaw’atamerraa Kanneen Gargaarsa Namoomaa Gahaa Hin Arganne, Jedhu 


FAAYILII - Gimbii, Wallagga Lixaa
FAAYILII - Gimbii, Wallagga Lixaa

Naannoo Oromiyaa, godina Wallagga Lixaa, aanaa Gimbii keessatti, ajjeechaa jumlaa raawwatamerraa namootni hafan hagi tokko gargaarsi gahaan nuuf kennamaa hin jiru jechuun Sagalee Ameerikaatti dubbatan.

Waajirri Buusaa Gonofaa Godina Wallagga Lixaa ammoo, kalessa irraa jalqabee gargaarsi gahaan kennamaafii jira jedhee, galteewwan qonnaa gannaa barbaachisan isaaniif guutuufis mootummaan akka hojjetu dubbatan. Naakoor Malkaa tu Ambo irraa gabaase.

Ajjeechaa Dhiheenya Toleetti Raaw’atamerraa Kanneen Gargaarsa Namoomaa Gahaa Hin Arganne, Jedhu 
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:54 0:00

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG