Xurree ittiin seenan

Breaking News

Hookkara Irreecha Bara 2016 Irratti Ka’een Namni Obbleessaa Isaa Dhabe Tokko Yaadannoo Isaaf Mana Dubbisaa Bishooftuutti Ijaare  


Hookkara Irreecha Bara 2016 Irratti Ka’een Namni Obbleessaa Isaa Dhabe Tokko Yaadannoo Isaaf Mana Dubbisaa Bishooftuutti Ijaare 
please wait

No media source currently available

0:00 0:05:44 0:00

Hookkara Irreecha Bara 2016 Irratti Ka’een Namni Obbleessaa Isaa Dhabe Tokko Yaadannoo Isaaf Mana Dubbisaa Bishooftuutti Ijaare 

Obbo Taammiruu Bulto, gadda obboleessa isaanii, Injiiner Darajjee Bultoo, bara 2016 yeroo ayyaana Irreechaa hookkara ka’e keessatti du’ee irraa dandamachuuf jecha, Laayibirarii yokaan mana dubbisa kitaabaa tokko Birrii Miliyoona sadi’ii fi walakkaadhaan magaalaa Bishooftuutti ijaaruu isaanii dubbatu.

Obboleessi isaanii Injiner Derejjee Bultoo dhalatee ka guddate Godina Shawaa Lixaa, Amboottiyoo tahuu barnoota isaa mana barumsaa sadarkaa lammaffaa Ambotti, achiis ammoo Yuuniversitii Jimmaatti barnoota Injinerummaa eega baratee booda, hanga lubuu isaa dhabetti Magaalaa Galaanitti hojii mootummaa hojjetaa ture.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:59 0:00
More
XS
SM
MD
LG