Xurree ittiin seenan

Breaking News

Kilabiiwwan Kubbaa Miilaa Oromiyaa Lama Primiiyer Liigii Itiyoophiyaa Keessaa Gad Bu’uun Himame   


Kilabiiwwan Kubbaa Miilaa Oromiyaa Lama Primiiyer Liigii Itiyoophiyaa Keessaa Gad Bu’uun Himame
please wait

No media source currently available

0:00 0:05:13 0:00

Kilabiiwwan Kubbaa Miilaa Oromiyaa Lama Primiiyer Liigii Itiyoophiyaa Keessaa Gad Bu’uun Himame

Primiyeer Liigii Itiyoophiyaa bara 2014 irratti kanneen hirmaatan kilabiiwwan kubbaa miilaa Oromiyaa sadii keessaa lama gara sadarkaa liigii gadiitti bu’anii, tokko qofaan dorgommii bara dhufuu keessatti akka hafe tu dubbata.

Gareewwan gad bu’an lameen Bulchiinsa magaalaa Sabbataa fi Jimma Abbaa Jifaar yoo ta’an, rakkoon bulchiinsaa, hanqinni maallaqaa fi teeknikaa abxii isaanii gad-bu’uuf sababaa tahuu gaazexeessaan Ispoortii Illaamuu Dejenee akkasumas Feedereshiniin Kubbaa Miilaa Oromiyaa beeksisanii jiru.

Pirimiyeer Liigii Itiyoophiyaa bara dhufuufis gareewwan kubbaa miilaa lama qofaan Oromiyaarraa darbuun himamee jira.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:59 0:00
More
XS
SM
MD
LG