Xurree ittiin seenan

Breaking News

Weellisaa Abdii Yuun Hangam Beektan?


Weellisaa Abdii Yuun Hangam Beektan?
please wait

No media source currently available

0:00 0:06:01 0:00

Weellisaa Abdii Yuun Hangam Beektan?

Kan Abii Yuun jedhamuun beekamu, Weellisaan Afaan Oromoo gameessi Abdii Habiib magaala Dirre Dhawaa keessatti bara 1960 keessa dhalachuu dubbata. Abdii Yuun, walleelee isaa ‘Oromiyaa biyya gootaa’ jedhamuu fi sirboota bara Somaaliyaan Itiyoophiyaa weerarte turte wallise kan ummata kakaasaniin beekama. Baandii Afran qalloo C’ keessatti hujii aartii ka jalqabe Abdiin Odu-gabaasaa VOA, Galmoo Daawit waliin waan jiruu muuziqaa fi jireenya isaa dubbatee jira.

XS
SM
MD
LG