Xurree ittiin seenan

Breaking News

Ajjeechaa Toletti Raaw’atamerratti Ibsa Jaarmayaalee Hawaasaa Adda Addaa Kennan 


Ajjeechaa Toletti Raaw’atamerratti Ibsa Jaarmayaalee Hawaasaa Adda Addaa Kennan 
please wait

No media source currently available

0:00 0:09:31 0:00

Aajjeechaa godina Wallagaa Lixaa aanaa Gimbii gandaa Tole keessatti dhiheenya raawwatee ilaalchisee dhaabileen hawaasaa adda addaa waloodhaa fi dhuunfadhaan ibsa baasanii jiran.

Waldaa dhaabilee civiikii hawaasaa Itiyoophiyaa as Yunaayitid Isteetis keessa jiran 23 bakka-bu’uun ibsa base bakka-bu’uun ka dubbatan Dr. Shiferaawu Gessesee fi gurmuu dhaabile hawaasaa Oromoo kan ta’e OLLAA jedhamuuf daarektara ka tahan Adde Seenaa Jimjimoo dubbisuun gabaasaa qindaa’e caqasaa.

XS
SM
MD
LG