Xurree ittiin seenan

Breaking News

Gaazzexeessota ONN Lameenii fi Shakkamtoota Waliin Himataman Kaaniif Ammallee Himannaan Hin Jijjiiramne Jedhu Abukaatoon Isaanii  

FAAYILII - Gaazexeessaa Dassuu Duulaa Isuudiyoo ONN keessatti, Finfinnee

please wait

No media source currently available

0:00 0:01:27 0:00

Himannaan gaazexeessota ONN lameeni fi namoota 15 kaan isaan waliin himataman irratti dhihaatee ture akka fooyya’u manni murtii ajajus ammallee otuu hin jijjiramiin jijjiiramiin dhihaachuu isaa Abukaatoon himatamtootaa VOA’tti himanii jiran.

Obbo Milkiyaas Bulchaa abukaatoon himatamtootaa ibsa kennaniin Abbaan Alangaa himaticha akka fooyyessu ajajamus, ammallee lakkoobsa keewwataa qofa jijjiiruun himatuma duraanii dhiheesse, jedhanii, kanaaf jecha dhaddachi mana-murtii kaleessa Finfinnee Saarbeet taa’ee ture maammiloota isaanii mana hidhaa jiran akka hiiku gaafachuu beeksisan.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG