Xurree ittiin seenan

Breaking News

Bakkeewwan Seenaa Oromiyaa Keessaa UNESCO’n Akka Galmeeffaman Gaafataman Hanqina Qorannootiin Boodatti Harkifaman  


Bakkeewwan Seenaa Oromiyaa Keessaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:06:24 0:00

Bakkeewwan Seenaa Oromiyaa Keessaa

Bakkeewwan seena-qabeeyyiin Oromiyaa silaa jaarmayaa Tokkummaa Mootummootaa UNESCOtti galmeeffamuuf turan hanqina qorannoo mudateen deemsi galmeessuu isaanii duubatti harkifachuu Biiroon Aadaa fi Tuurizimii Oromiyaa Sagalee Ameerikaaf ibsee jira.

Obbo Saali Maammaa, aangawi Biiroo Aadaa fi Tuurizimii yeroo ammaa bakkeewwan seena-qabeeyyiin afur ka UNESCOtti dhiyaatan yoo tahu, holqa Soof Umar dabalatee hambaaleen lama hanqina qorannoo mudateen galmeen isaanii duubatti harkifate jedhan. Xilaahun Gebre Sillaasee qorataan hambaalee abbaa taaytaa hambaalee Itiyoophiyaa kana irratti waan jedhan qaban.

XS
SM
MD
LG