Xurree ittiin seenan

Breaking News

Dhimmi Negeenyaa Oromiyaa Yaa’ii Idilee Caffee Naannichaarratti  Akka Dhimma Yaaddessaatti Ibsame     


Dhimmi Negeenyaa Oromiyaa Yaa’ii Idilee Caffee Naannichaarratti  Akka Dhimma Yaaddessaatti Ibsame 
please wait

No media source currently available

0:00 0:06:11 0:00

Dhimmi Negeenyaa Oromiyaa Yaa’ii Idilee Caffee Naannichaarratti  Akka Dhimma Yaaddessaatti Ibsame 

ADAAMAA - Dhimmi nageenyaa Oromiyaa yaa’ii idilee Caffee Oromiyaa Adamaatti gaggeeffamaa jirurratti ammas ijoo ta’ee jira. Hirmaattonni fi miseensonni walga’ichaa, keessummaa Lixaa fi jiddu galeessa akkasumas kibba Oromiyaatti haalli nageenyaa jiru fooyya’uu dhabuun lubbuun angawoota hedduu darbuuf sababa ta’uuisaa, kana irraa kan ka’e tajaajilootni adda addaas danqamuu dubbatan.

Kan walga’icha irratti ibsa kennan prezdentiin naannoo Oromiyaa Shiimellis Abdiisaa “Mootummaan ammas rakkoo nageenyaa furuuf gama siyaasaa fi humna nageenyaatiin cimssee hojjechuutti jira jedhan. Obbo Lammii Gammachuu Sab – Qunnamtiin Adda Bilisummaa Oromoo mootummaan rakkoo kana furuuf ammas marii dhugaa gaggeessuu malee tarkaanfii duraan itti jiru fufsiisuun fala hin ta’u, jechuun Sagalee Ameerikaatti himan.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG