Xurree ittiin seenan

Breaking News

Koomishinni Mirga Namoomaa Itiyoophiyaa Qabinsa Mirga Namoomaa Hidhamtootaa Oromiyaa Keessaa Ilaalchisee Qorannaa Geggeesse Ifa Taasise  


Koomishinni Mirga Namoomaa Itiyoophiyaa Qabinsa Mirga Namoomaa Hidhamtootaa Oromiyaa Keessaa Ilaalchisee Qorannaa Geggeesse Ifa Taasise
please wait

No media source currently available

0:00 0:05:27 0:00

Koomishinni Mirga Namoomaa Itiyoophiyaa Qabinsa Mirga Namoomaa Hidhamtootaa Oromiyaa Keessaa Ilaalchisee Qorannaa Geggeesse Ifa Taasise

Koomishinii Mirgaa Namoomaa Itoophiyaa naannoo Oromiyaa keessatti qabiinsa mirgaa namoomaa hidhamtoota ka manneen sirreessaa fi bufataalee poolisii adda addaa irratti qorannaa geggeessaa ture ba’ii isa ifa taasisee jira.

Rakkoolleen manneen sirreessaa keessatti mul’ataan kan durii irraa foyya’u kan ibse Koomishinichi haqina bajataan garuu hidhaamtoonni tajaajila argachuu qaban argachaa akka hin jiarre akkasumas, bufataalee poolisiitti namni ajaja mana murtii malee akka hidhamu, akka yerootti mana-murtiitti hin dhiheessamnee fi ajajai mana-murtii akka hojii irra hin oolle, ba’ii qorannaa isaa ifa taasiseen beeksisee jira.

Koomishinii mirgaa namoomaa Itoophiyaatti Daarektaar hordoffii fi qorannoo kan naannoollee Imaad Abdulfataa dubbisuun Tsahaay Daamxoo gabaasaa qindeessite qabdi.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG